‘Manaa Baqannee Bakkee waliin Qubannee Jirra’ Baqattoota Jibuutii jiran

Baqattoonni Oromoo Jibuutii jiraatan rakkoo nageenyaan rakkataa jiraachuu dubbatan. Baqattoonni kunneen Raadiyoo VOA’f yoo dubbatan, jiraattonni biyyattii rakkoo nageenyaa Naannoo Somaalee fi Magaala Dirre Dhawaatti mulateen wal qabatee lammilee Oromoo Jibuutiin jiraatan irraan miidhaa geessisuu isaanii dubbatu. Mootummaan Itiyoophiyaa galgala kana ibsa baaseen lammilee Itiyoophiyaa Jibuutii jiran 3000 gara biyyaaf deebisuuf akka jedhu ifoomseera.

Galmoo Daawit dabalata qaba.

Your browser doesn’t support HTML5

‘Manaa Baqannee Bakkee waliin Qubannee Jirra’ Baqattoota Jibuutii jiran