Murtii Dabarsee Bulchiinsii Ameriikaa Keessa Deebi’ee Ilaaluu Qaba: Amb. Dinaa Muftii

  • VOA

Ambaasaaddar Dinaa Muftii

Bulchiinsii Yunaaytid Isteetes dhorkaa Vizaa iamalaa kan ilaaleen murtiin dabarsee hariiroo biyyoota lameen gidduu yeroo dheeraaf ture akkaan kan miidhu ta’u dubbi himaan ministrii haajaa alaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Dinaa Muftii ibsanii jiru.

Bulchiinsii Amerikaa murtii akkasii irra ga’uuf kan isa dandeesisuu sababaa ga’aa hin qabu ka jedhan Ambaasaaddar Dinaan hariiroo Amerikaa waliin qabnu akka manca’uu hin feenu kanaafis bulchiinsii jiru murtii darbee keessa deebi’ee akka ilaaluuf fedhii Itiyoophiyaa ta’u ibsan.

Gabaasa Iskiindiir Freew Finfinnee ergee Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Murtii Dabarsee Bulchiinsii Ameriikaa Keessa Deebi’ee Ilaaluu Qaba:Amb. Dinaa Muftii