Obaamaan Afriikaa Jiru

Prezidentiin Yuunaytid Isteets duraanii Baaraak Obaamaa Afriikaa jiru. Dilbata darbe Keeniyaa ka gahan Obaamaan, Prezidentii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaa akkasumas dursaa garee paartii mormituu biyyattii Raayilaa Odiingaa waliin mariyataniiru.

Obaamaan sana boodas gara Afriikaa kibbaatti ka imalan yoo tahu, kaleessa sagantaa Guyyaa Dhaloota Waggaa 100ffaa’ Nelsen Maandeellaa irratti hirmaataniiru.

Galmoo Daawit dabalata isaa qopheesseera.

Your browser doesn’t support HTML5

Obaamaan Afriikaa Jiru

Prezidaant Baaraak Obaamaan Afriikaa Kibbaa Daawwataa Jiran

Your browser doesn’t support HTML5

Obaamaan Keeniyaa Daawwatani