Ripaablikaanonni Prez. Traamp Irra Deebi’anii Kaadhimuuf Wal Ga’an

  • VOA

Kora paartii ripaablikaanotaa irratti argamuuf jecha bakka buutonni paartichaa gara kutaa North Carolianatti imalaa jiru.

Sababaa weerara vaayiresii koronaan kan ka’e kanneen kora sana irratti qaamaan argaman xiqqoo yoo ta’u, gama marsariitii ykn online korri kun ni geggeessama.

Jiloota guutummaa Ameerikaa irraa bakka wal ga’ii sanaa ga’an kanneen prezidaant Tramp marsaa lammataaf dhiyaatanii akka injifatan fedhan dubbisuu dhaan Karoolaayiin Presuut gabaasteetti.

Your browser doesn’t support HTML5

Ripaablikaanonni Prez. Traamp Irra Deebi’anii Kaadhimuuf Wal Ga’an