Sudaan Keessatti Hiriirrii Mormii Kaleessa Gaggeeffame

  • VOA

Ministeerri Enerjii kan Sudaan gatii boba'aa dachaan dabaluu isaa mormuun Kamiisa kaleessaa uummanni magaalaalee biyyatti adda addaa keessatti hiriiran.

Daballii gatii huniis kufaatii Bajataa mudatee hanqiisuuf akkasumas boba'an akka garaatti akka argamu gochuuf jedhamee jira.

Namoonni gatii salphaan boba'aa bitanii biyyoota ollaa keessatti gatii guddaan gurguruutu Sudaan keessatti hanqiina boba'aa hordofsisee jedhameera.

Gabaasa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Sudaan Keessatti Hiriirrii Mormii Kaleessa Gaggeeffame