Taaboree: Ayyaana Waggaa Ijoollee

(Suuraa faayilii)

Ayyaanni Taaboree yokaan Ukee, jedhamu ijoollee umuriin isaanii 9 hanga 16 jiran, bakka tokko tokkotti ammoo hanga waggaa 13 waggaa waggaatti kabajama. “Taaboree” jechuun “Nama borii” jechuu akka tahe ka dubbatan hayyuu aadaafi seenaa akkasumas maanguddoo joollummaa isaan irraa jalqabanii kabajataa turan dubbisee, Naakoor Malkaa gabaasaa Ambo irraa anuuf erge qaba.

Your browser doesn’t support HTML5

Taaboree: Ayyaana Waggaa Ijoollee