“Kaampaanileen Mootummaa Jala Jiran Hin Milka’an Inni Jedhu Injifatamee Jira”: Mummicha Ministeera Itiyoophiyaa.

  • VOA

Daandiin Balalii Xayyaaraa Kan Itiyoophiyaa bakka mi’a itti fe’an fi buusan ( Kaargoo Tarminaal) wiixata Waxabajjii 29 bara 2017 ebbisisee jira.Ebbisuun haasawaa kan dhageesisan mummichi ministeera Itiyoophiyaa Haayle Maariyaam Dassaaleny akka jedhanti kaampaanileen mootummaa jala jiran milkaa’uu hin danda’an yaadii jedhu injifatamee jira.

Bakki fe’umsaa fi buusuu kun isa lammaffaa ta’u isaa fi Afrikaa keessatti guddicha ta’uun ibsamee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

“Kaampaanileen Mootummaa Jala Jiran Hin Milka’an Inni Jedhu Injifatamee Jira”: Mummicha Ministeera Itiyoophiyaa.