Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganaan Raashiyaa Hariiroon Ameerikaa Waliin Jiru Akka Jabaatu Gaafatan


Hoogganaan Raashiyaa Hariiroon Ameerikaa Waliin Jiru Akka Jabaatu Gaafatan
Hoogganaan Raashiyaa Hariiroon Ameerikaa Waliin Jiru Akka Jabaatu Gaafatan

Prezidaantiin Raashiyaa Vladimir Putiin hoogganoonni daldalaa US laaffataa kan dhufe hariiroo US Raashiyaa akka fooya’u akka gargaaran gaafatan.

Putin mariin siyaasaa gaarii ta’e bakkatti akka deebi’u nu gargaaraa jechuu dhaan ka dubbatan haasaa bakka bu’oonni daldalaa US irratti argaman gumii dinagdee St. Petersburg keessaa irratti haasaa dhageessian irratti ture.

Hariiroo gaariin dantaa biyyoota lamaaniif waan ta’eef prezidaant Doonaald Traamp waliin dubbachuu kan itti fufan ta’uu illee Putin beeksisaniiru.

Hariiroon biyyoota lamaanii erga Raashiyaan filannoo prezidaantummaa US akkasumas walitti bu’iinsa Ukraine fi Syria jidduu seente jedhamee as laaffataa adeeme.

XS
SM
MD
LG