Xurree ittiin seenan

Hoggantoonnii Waajjiroota Mootummaa fi Daldaltoonni Dhiheenya Malaammaltummaadhan Shakkamani Qabaman Mana Murtiitti Dhihaatan

  • VOA

Tiiba darbe malaammaltuummaadhan shakkamanii an qabaman hoggantoonnii waajiroota mootummaa fi daldaltoonni soddomaa ol Kamisa kaleessaa mana murtiitti dhiheeffaman.

Yeroo manni murtii dubii isaanii laaleetti polisiin yeroo qorannoo dabalataa, guyyaa 14 gafatee. Haaluma saniin Mani murtichaas gaafii poolisii fudhatee bellama itti aanu Hagayya 3, bara 2017 qabeera.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG