Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoonni Mana Murtii Duratti Hin Dhiyaatin Amma Iyyu Maakalaawii Keessa Jiru.Abukaatoo


Namoonni torban tokko dura yeroo jalqabaaf mana murtii duratti dhiyaatanii fi himannaan shororkeessummaa irratti banamee akka jiran abukaatoo kan ta’an obbo Wandimmuu ibsaa beeksisan.

Namoonni kun baatii Hagayya darbee bakka adda addaa irraa qabamanii baatilee shaniif maakalaawii keessatti qorannaan irratti gaggeeffamaa kan ture ta’u ibsamee jira.

Haga ammaatti mana murtitti duratti dhiyaatanii hiamannaan kan irratti hin saaqamiin hidhamtoonni tilmaamaan jaatama ta’an Maakalaawwii keessa ka jiran ta’u odeeffannoo qaba jedhu Obbo Wandimmuun.

Gaaffii fi Deebii Gaggeeffame Caqasaa

Namoonni Mana Murtii Duratti Hin Dhiyaatin Amma Iyyu Maakalaawii Keessa Jiru.Abukaatoo
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:49 0:00

XS
SM
MD
LG