Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ministirri Haajaa Alaa Ameerikaa Itoophiyaa Dawwachuufi. Haalli Biyyattin Keessa Jirtu Dubbiwwan Ijoo Mariidhaf Karorfaman Keessayi Jedhame


Ministirri haajaa alaa Yunaaytid Isteets Reekis Tilarsan Itoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa shan dawwachuuf deemu. Kaayyo imala isaanii laalchisee dhimmota Afrikaatif, itti aannaa ministirri dhimmoota alaa Yunaytid Isteets, ambaasaddor Doon Yamamoton gaazeexessitootaf Kibxata kaleessaa ibsa kennaniiru.

Dawwannaa Itoophoyaatti godhaniin wal-qabatee gaafiwwan ka’eef irratti deebii kennaniin, biyyattin ministira muummichaa haaraa filachuuf qophiirra waan jirtuuf bulchiinsi itti aanu mal fakkatinna an jedhu dubbii ijoo mariif karoorfaman keessa ta’uu beeksisan.

Imalli isaanii kuniis harraa qabee amma Bitootessa 13 yeroo ta'u Itoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa shanitti goruu.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

Ministirri Haajaa Alaa Ameerikaa Itoophiyaa Dawwachuufi. Haalli Biyyattin Keessa Jirtu Dubbiwwan Ijoo Mariidhaf Karorfaman Keessayi Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:07 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG