Xurree ittiin seenan

Breaking News

Konferensiin Tumsa Uummatootaa Ka Bilisummaa fi Dimookiraasii Paarlaamaa Awurooppaa Keessatti Geggeessame


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Tumsa Uummatootaa, Ka Bilisummaa fi Dimookiraasiin kan qophaa’ee fi Itiyoophiyaa keessatti Dimokiraasii siyaasaa hundaa hammaate ijaaruun karaa danda’amuu irratti kan mari’ate konferensiin tokko paarlaamaa Awuroopaa keessatti kaleessa gaggeeffamee jira.

Adda Bilisummaa Biyyoolessaa Ogaaden, Adda Bilisummaa Sidamaa, Adda Bilisummaa Oromoo fi Arbenyooch Ginbot 7 dabalee dhaabonni mormitootaa kudhanii ol akkasumas, dhaabni saboota Addunyaa irratti biyya Tokkummummaa Mootummootaan galmaa’ee hin qabnee fi biyya ofii walaboofachuuf falmanii, kan UNPO jedhamuu fi miseensonni Paarlaamaa Gamtaa Awurooppaa sadii konferensii kanatti hirmaatanii jiran.

Hirmaattoota keessaa tokko kan ta’an Dr. Barsiisaa Barii miseensa koree Tumsa Uummattoota, ka Bilisummaa fi Dimookiraasii fi miseensa Gumii Sabaa ABO haasofsiisnee jirra.

Dhaggeeffadhaa.

Konferensiin Tumsa Uummatootaa Ka Bilisummaa fi Dimookiraasii Paarlaamaa Awurooppaa Keessatti Geggeessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:51 0:00

XS
SM
MD
LG