Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mummicha Ministeeraa fi Hojii Guyyaa Dhibbaa: Xiinxala


Faayilii - Muummicha ministaraa Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimadiin jilli hogganamuu har’a gara magaalaa Ambootti imaluun uummata wajjiin walga’ee jira
Faayilii - Muummicha ministaraa Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimadiin jilli hogganamuu har’a gara magaalaa Ambootti imaluun uummata wajjiin walga’ee jira

Dr. Abiyy Ahmad aangoo Mummicha Ministeerummaatti eega muudamanii waajiira qabatanii guyyaa dhibba tokko guutee jira.

Hojii hanga ammaatti gaggeessan fi gara fuula duraatti hojjachuu qaban irratti yaada Dr. Isqeel Gabbisaa fi dargaggoo Lammii Beenyaa nu kennan caqasaa.

Mummichi Ministeeraa fi Hojii Guyyaa Dhibbaa: Xiinxala
please wait

No media source currently available

0:00 0:19:55 0:00

XS
SM
MD
LG