Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoonni Yunversiitii Keessatti Barattoota Walitti Buusun Shakkaman To'annaa Jala Oolfaman


Yuunivarsiitii Asoosatti walitti bu'insa uumameen barattoni sadih du'anii yoo xiqaate soddoma kan ta'an ammoo midhaan sadarkaa garagaraa irra gahuun isaa ibsamee jira.

Barattoni kuniin walitti bu'isa dhunfaa irra gara lola gareetti cehuun isaani kan himame yoo ta'uu Abbootiin amantaa fi Jarsolee biyyaa barattota kaniin tasgabbesuuf bulchiinsa waliin hojjataa jiraachuun isaani himamee jira.

Muktaar Jamaal dabalata qaba.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:21 0:00

XS
SM
MD
LG