Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kora Eegumsa fi Fayyadama Qaabeenya Bishaanii ‘Biluu Ikoonomii’ Naayroobii


Guyyoota sadeen darbaniif Naayroobiitti ka gaggeeffamaa ture korri haala fayyadama akkasumas eegumsa qabeenya bishaaniirratti xiyyeeffatu ‘Biluu Ikoonomii Koonfreensi’ harra xumurameera.

Kora kanarratti angawootni mootummaa biyyoota 184 ol irratti ka hirmaatan yoo ta’u, Itiyoophiyaanis karaa Ministira haaja alaa irratti hirmaattee muuxannoo qabdu biyyoota kaaniif hiruu Keeniyaatti Ambaasaadderri Itiyoophiyaa Diinaa Muftii VOA’ himaniiru.

Galmoo Daawit dabalata isaa qopheesseera

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:33 0:00

XS
SM
MD
LG