Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriirri Nageenyi Lammiwwanii fi Daangaan Oromiyaa Akka Kabajamu Gaafatu Magaalaalee Hedduu Keessatti Geggeessamaa Jira


Hiriirri Nageenyi Lammiwwanii fi Daangaan Oromiyaa Akka Kabajamu Gaafatu Magaalaalee Hedduu Keessatti Geggeessamaa Jira

Oromiyaa bakka garaagaraatti hiirri nageenyaa du'aaf buqaatiin lammilee haadhaabatu, ajeechaa poolisoota oromiyaa ni balaaleffana jedhuuf akka mootumaan fala buusu gaafatu taasifamee jira.

Mootumaan gaafi ummata kana sirri ta'uu kan fudhatuu fi rakko kanaafis fala kenna akka jiru biroon dhimmota Kominikeeshinii Oromiyaa Raadiyoo sagalee Ameerikaattif ibsee jira. Yakka naannoo daangaa Benishaangul Gumuzitti uumameen wal-qabatee namoonni 200 tohannaa jala ooluu isaanii fi ka seeratti dhihaachuuf jirran tahuullee dubbata.

Gabaasaa Muktaar Jamaal dhaggeeffadhaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:10:50 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG