Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gareen Dubartoota Ergaa Nagaa Qabatan Guutummaa Biyyaa Irra Naanna’aa Jiran


Gareen dubartoota ambaadaaddoroota nagaa jedhamu kutaalee Ethiopiaa irra naanna’uu dhaan nageenya labsaa jiraachuu beeksisan.

Gareen dubartoota namoota 21 of keessaa qabu kun ergaa nagaa qabatan kun kutaalee biyyattii irraa walitti dhufan.

Kaayyoon isaaniis nagana hundee guddina biyyaa ta’uun hubatame hawaasi martinuu nagaa buusuu keessatti hirmaannaan isaa murteessaa waan ta’eef dhaamsa kana bakka harmoolii biyyatti ta’uun dabarsuuf imala eegaluu isaanii dubbatan.

Yniversitiiwwan adda addaa irrra naanna’anii dargaggoota dhaqqabuuf karoora kan qaban yoo ta’u, guutummaa biyyattii waliin ga’anii ergaa nagaa kana dabarsuuf karoorfachuu isaanii ibsaniiru.

Uummati illee dhaamsa keenya simachaa waan jiruuf bu’aa gaarii qabaata jennee abdannaa jedhu gareen ambaasaadderoota nagaa kun.

please wait

No media source currently available

0:00 0:08:48 0:00

XS
SM
MD
LG