Xurree ittiin seenan

Breaking News

Miseensonni  WBO Wirtuu Leenjii Ardaaytaatti Argaman Komii Dhiheessan


Miseensonni WBO wirtuu leenjii Ardaaytaatti argaman, yaroon turtii leenjii keenna akkan nutti dheerachuun sirri miti gama maatii keenna galuu barbaanna jechuun komii isaani dhiheessan.

Turtiin yaroo leenjii kan dheerates barbaachisumma leenjichaa irra kan ka'e ta'uun ibsamee yaroo ji'a tokko hin caale keessatti akka xumuramu walii galamuun dubbatamee jira.

Muktaar Jamaal dabalata qaba

please wait

No media source currently available

0:00 0:07:08 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG