FINFINNEE —
Godina Hararagee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti hidhattonii naannoo Somalee irra dhufan haleella akka haaraatti bananii miidhaa nuraan gahaa jiru jedhan. Torbaan lamaan darbe keessatti qofaa namoonni 16 ol du'uu isaaniiti fi ji'a lama erga haleelaan kun akka haaratti banamee as, namoonni 50 ol ajjefamuu isaanilee jiraattoni Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsanii jiru.
Muktaar Jamaal dabalata qaba