Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaa Mooyyaleetti Kaleessa Galgala Raawwateen namni 13 Ajeefame, 100 Ol Madaaye


Haleellaa hidhattoonni naannoo shanii kaleessa Mooyyalee keessatti dhaqqabsiisaniin namni 13 lubbuun isaanii darbe. Mootummaan Naannoo Oromiyaa harra ibsa baaseeni haleellaa Kanaan namni 100 madaawuullee beeksiseera. Jiraattonni magaalattii garuu hidhattoota naannoo shaniittis dabalata humni raayya ittisa biyyaa Mooyyaleen qubatee jiru ajjeechaa kana keessatti hirmaachuu dubbatanii jiru.

Obbo fuuggicha Dheengee Kantiibaan Magaalaa Mooyyalees Raayyaan Ittisaa ajjeechaa kana keessatti qooda fudhachuu mirkaneessanii jiruu, Galmoo Daawit dabalata qaba.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:16 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG