Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waldaan tola-ooltummaa Ubuntuu deggersa isaaniif godheen akka jireenyi isaanii fooyya’aa jiru dubartootni magaalaa Amboo jiraatan


Waldaa tola-ooltummaa Ubuntuu dubartoota gargaaraa jira
Waldaa tola-ooltummaa Ubuntuu dubartoota gargaaraa jira

Waldaan tola-ooltummaa Ubuntuu deggersa isaaniif godheen akka jireenyi isaanii fooyya’aa jiru dubartootni magaalaa Amboo jiraatan.

Qindeessituun Ubuuntuu, gargaarsa waldaan isaanii godheen waggoota afran darbaniif dubartootni 171 of danda’anii maatii isaanii jiraachifachuu danda’anii jiru, jedhu.

Waldaan tola-ooltumnmaa biyya keessaa kun akka ijoolleen harka qalleeyyii sababa rakkinaan barnoota addaan hin kutne ka deggeraa jiru tahuullee Sagalee Ameerikaaf ibsee jira. Naakoor Malkaa tu Ambo irraa gabaase. Gabaasaa guutuu caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:02 0:00

XS
SM
MD
LG