Xurree ittiin seenan

Breaking News

Masaraan Kumsaa Morodaa Haaromfamuu Dhabuun Mancatiif Isa Saaxila: Qorataa Seenaa


Masaraa Kumsaa Morodaa

Masaraan Kumsaa Morodaa haaromfamuu dhabuun mancaatiif isa saaxilaa jedhan, qorataan seenaa godinaalee Wallaggaa obbo Charinnat Waaqwayyaa. Waraanni mootummaa mooraa isaa keessa taa'uun sirrii miti jedhu. Waajjirri aadaa fi tuuriizimii magaalaa Naqamtee, haaromfamuu Masaraa Abbaa Jifaar booda kan itti deebi'amu taha jedha.

Waa'ee waraanni mootummaa keessa jiraachuu bulchiinsi magaalichaa deebii kennuu hin barbaadne.

Gabaasaa Naakor Malkaa caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:32 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG