Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimma Namoota Garee Maqaa Abbaa Torbee Jedhamuu Wajjin Wal-qabate Hidhamanii


Namoonni maqaa Abbaa Torbee jedhamun ji'oota afur dura naannoo Oromiyaa godinaalle gara gara keessa qabamaan mana hidhaa turaan keessa namoota murasaaf Manni Murtii Walii Gala Dhadacha Bahaa mirgaa wabii egeef akka hin banne dhorkamaan jedhu matii fi abbukatoon namoota kanneeni.

Akka matii fi abbukatoon isaan jedhannitti namootnni hidhamaan garii gara mooraa leenjii Xoolay kan galaan yoo ta'u gariin ammoo mana hidhaa Maa’ikalawii jiru, kanneen essa buteen isaan bades jira jechuun Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himan.

Dhimma kana irratti Komishiin Poolisii Oromiyaa irraa deebii argachuuf deddeebinee yaallus argachuu hin dandeenye.

Tsahaay Daamxoo tu gabaase. Caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:41 0:00

XS
SM
MD
LG