Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabbileen Oromo Tokkumaa Ummataa Cimsuu Irratti Akka Hojjatan Waamichi Dhihaate


Dhaabbileen Oromo tokkumaa ummataa cimsuu irratti akka hojjatan waamichi dhihaate, Oromoo Dimokraatik Partii (ODPn) yoomiyyu caala gaafii ummataa deebisuuf kan hojjatu ta'uu isaa Itti Anaan Dura taa'aa ODP Obboo Lamaa Magarsaa dubbatanii jiru.

Ayyaanni hundeeffama ODP waggaa 29ffaa fii 1ffa hinjiffanno magaala Finffinee galma bakrumeetti kabajamee jira.

Muktaar Jamaal tu gabaase. Caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:42 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG