Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ambootti Hiriirri Momii Geggeeffame


FAAYILII - Karaa guddaa magala Amboo keessa darbu. Mormmi magala Amboo, bara 2014
FAAYILII - Karaa guddaa magala Amboo keessa darbu. Mormmi magala Amboo, bara 2014

Har'aa Magaala Ambo keessatti hirirri mormii gaggeffama ture humnota nageenyaatin bitinna'ee jira.

Nammonni hiriira bahan akka jedhanti karaa nagaan sagalee keenyaa dhaggessisuf baanee Obbo Addisuu Araggaa itti gaafataman wajjira giddu gallesaa Paartii ODP seenaa dhugaa soba jechuu isaa balaaeffachuuf jedhan.

Itti gaafatamaan waajjira polisii magalaa Ambo komaandar Daggafaa Raggasaa akka jedhanti hirirri mormii kun akka dhabbatuuf gaafanne didnaan tarkanfii fudhanne jedhan.

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:55 0:00

XS
SM
MD
LG