Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godinaalee Geedi’oo fi Gujii Keessaa Warra Buqqa’e Qe’eetti Deebisuuf Qarcatti Araarri Gaggeeffame


Kaleessa Godina Gujii Lixaa Aana Qarcaatti namoota godinaalee gujii akkasumas geediyoo keessaa buqqa’an qe’eetti deebisuuf sirni araara buusuu gaggeeffame.

Sirna kanarratti Itti aanaan bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shiimellis Abdiisaa irratti argamanii jiru; Galmoo Daawit.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:17 0:00

XS
SM
MD
LG