Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriira Mormii Yunivarsitii Finfinnee Keessatti Geggeessameen Wal-qabatee Barattoonni Hidhaman Jedhame


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Baratoonni yunivarsiitii Finfinnee, hookkara Yunivarsitii Waldiyaatti lubbuu barattoota lamaa galaafate balalleffachuf barattoonni hiriira ba’an muraasni hidhamanii jiru, jechuun barattoota Yunivarsitichaa keessaa kanneen VOAn dubbise himanii jiran.

Komishiin Poolisii Federalaa kana ilaalchisuudhaan deebii kenneen, hidhamuu barattoota sirri dha, baratoonni 11 to'aatamanii jiru. Namoota jequmsaa umuuf ka’an waan ta’aniif mana murtiitti dhiheessuuf galmeen isaanii qoratama jira, jedhan.

Gabaasaa kanas, Tsahaay Daamxoo tu Finfinnee irraa.

Hiriira Mormii Yunivarsitii Finfinnee Keessatti Geggeessameen Wal-qabatee Barattoonni Hidhaman Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:30 0:00


XS
SM
MD
LG