Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godinaa Shawaa Lixaa, Aanaa Jalduutti Qondaalonni Mootummaa Lama Ajjeesaman


 Jalduu
Jalduu

Qondaalonni mootummaa Godina Shawaa Lixaa, aanaa Jalduu lama ajjeffamuu maatii fi qaamni mootummaa dubbatanii jiran.

Wajjirri Dhimmoota Koomiyunikeeshinii Godinaa Shawaa Lixaa ibsa VOAf kenneen qodaalonni lameen ajjeesamuu malee eenyu akka isaan ajjeese haga ammaatti kan hin beekamiin tahuu dubbatee, “shakkiin namoonni 13 qabamanii qorannaan irratti geggeessamaa jira” jedha.

Matiileen namoota du'aniis du'uu isaanii malee eenyu akka ajjeesse akka hin beekiin dubbatu. Awwaalchi namoota ajjeesaman lameenii har’a raaw’atame.

Godinaa Shawaa Lixaa, Aanaa Jalduutti Qondaalonni Mootummaa Lama Ajjeesaman
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:40 0:00


XS
SM
MD
LG