Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo Jedhamu Dhiheenya Ayyaaneffame


Ayyaanni ‘Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo’ jedhamu torban darbe, Amajji 3, bara 2019 Shawaa Bahaa, Aanaa Boosatitti kabajamuu isaa Ittaanaa Yaa’ii Hordoftoota Amantaa Waaqeffannaa Obbo Gammachiis Ittaanaa Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himanii jiran.

Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo Jedhamu Dhiheenya Ayyaaneffame
Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo Jedhamu Dhiheenya Ayyaaneffame

‘Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo’ jechuun maali? Maaliif kabajama? Gaaffilee jedhaniifi dhimmoota wal-qabatan biroo irratti Naakoor Malkaa tu bilbilaan Obbo Gammachiisiin dubbise. Caqasaa.

Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo Jedhamu Dhiheenya Ayyaaneffame
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:41 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG