Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hidhaa fi Dararaa Suukanneessaadhaa Booda Jaalalaa How’aa Dhalate


 Kaffaaloo Tafarraa
Kaffaaloo Tafarraa

Itiyoophiyaatti yeroo manneen hidhaa banamanii hidhamtoonni heddumminaan gad-lakkisamuu eegalan, hidhamaan siyaasaa, Kaffaaloo Tafarraa milawwan isaa lamaan irraa muramuu irraa kan ka’e, barcuma konkolaatuun dhiibamaa gad-bahe.

Kan kun tahe waggaa lama guutuuf baatiilee xiqqoo tu hafe. Obbo Kaffaaloon yeroo ammaa Aadde Ilillii Lalisaa ka jedhamtu hiriyaa jaallate waliin gaa’ela dhaabbatee jireenya jalqabee jira.

Mucaa dhiiraa tokkos horatanii jiru. Tsahaay Daamxoo mana Obbo Kaffaaloo Tafarraa deemuun dubbistee gabaasaa ergite caqasaa.

Hidhaa fi Dararaa Suukanneessaadhaa Booda Jaalalaa How’aa Dhalate
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:28 0:00


XS
SM
MD
LG