Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunivarsitiileen Amboo fi Wallaggaa Dhangala'aa Harka Ittiin Qulqulleessaan Oomishuu Eegalan 


Yunivarsiitiiwwan Amboo fi Wallaggaa dhangala’aa qulqullina harkaa ittiin eeggatan oomishuudhaan, hawaasaa fi dhaabbilee garaa garaaf kennaa jiran dubbatu.

Weerara Koroonaa dursanii ittisuuf hojii hubannoo yeroo kennanitti, haala fayyadama meeshaalee Koroonaa irraa of eegan irratti hanqinni jiraachuullee himan.Hanqina hawaasa keessatti argan furuuf hojjataa jirra jedhu, Itti gaafatamtootni Hospitaalota Rifaraalaa Yunivarsiitiiwwan lameenii.

Caqasaa.

Yunivarsitiileen Amboo fi Wallaggaa Dhangala'aa Harka Ittiin Qulqulleessaan Oomishuu Eegalan
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:12 0:00


Yaadawwan Ilaali (4)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG