Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sababaa Vaayirasii Koronaatiin Barattoonni Miliyoona 25 Ol Akka Mana Turan Taasisame, Jedha Ministiriin Barnootaa Itiyoophiyaa


Sababa weerara Koronaatiin Itiyoophiyaa keessatti barattoni maneen barnoota Idilee Miliyoona 25 ol ta'an barnoota dhaabanii mana akka turan taasifamuu Ministiriin Barnoota beeksise.

Yeroon cufamuu barumsaa kun yoo kan dheeratu ta'e dhawaatni barnooota dhaloota danqamuu akka malu illee dubbatame.

Maneen barnoota dhuunfaas kaffaltii dhibbantaa shantamaa hanga torbaatamii shanii qofa akka kaffalchisan murtaa'e jechuun dubbatan, Minister De'eetaan Ministirii Barnootaaa Dr Garramoo Hlluuqaa.

Gaaffii fi deebii Dr. Garamoo waliin geggeessame caqasaa.

Gaaffii fi deebii Dr. Garamoo waliin geggeessame Kutaa 1ffaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:36 0:00
Gaaffii fi deebii Dr. Garamoo waliin geggeessame Kutaa 2ffaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:10 0:00

XS
SM
MD
LG