Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baatii Dhukkubni Ootiizimii Itti Yaadatamu Ilaalchisee Ogeettiin Fayyaa Waa’ee Dhukkubichaa Maal Jedhu?


Faayilii - Abbaa ilma isaa dhukkuba Ootiizimii qabu haaluu dibuu qarqaaraa jiru
Faayilii - Abbaa ilma isaa dhukkuba Ootiizimii qabu haaluu dibuu qarqaaraa jiru

Baatiin Eblaa ka keessa jirru kun baatii itti dhukkubni Ootiziim jedhamu yaadatamuu fi waa’ee dhukkubicha irratti mariin adda addaa gaggeessmu. Dr. Biraanee Oljirraa as Yunaayitid Isteetis, kutaaa Marilaand keessa ka jiru Waaltaa Fayyaa Hospitaala Seent Jooseef keessatti ogeettii fayyaa daa’immanii ti.

Waa’ee Otizimii, mallattoolee isaa fi hubannoolee dhukkubicha ilaallatu irratti dubbisnee jirra.

Gaaffii fi deebii waliin geggeessine caqasaa

Kutaa 1ffaa: Baatii Dhukkubni Ootiizimii Itti Yaadatamu Ilaalchisee Ogeettiin Fayyaa Waa’ee Dhukkubichaa Maal Jedhu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:21 0:00
Kutaa 2ffaa: Baatii Dhukkubni Ootiizimii Itti Yaadatamu Ilaalchisee Ogeettiin Fayyaa Waa’ee Dhukkubichaa Maal Jedhu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:06 0:00


XS
SM
MD
LG