Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Kibba Itiyooopiyaa Keessaa Vaayiresiin Koronaa Dhabamuu Baatus Filannoon Geggeeffamuu Mala Ka Jedhan Jiru


(Suuraa fayilii)
(Suuraa fayilii)

Paartileen siyaasaa naannoo kibbaa keessa sosso’an yeroon filannoo dheerachuu isaa sanaan wal qabatees filmaataawwan mootummaan dhiyeesse irratti ejjennoolee adda addaa calaqqisaa jiran.

Vaayiresiin koronaa haala hin dhabamin keessattuu taanaan filannoon geggeessamuu akka qabu kanneen ibsaa jiranis jiru. Paartii biyya bulchu badhaadhina dabalatee ejjennoo paartilee adda addaa ilaalchisuu dhaan Yonatan Zebdwoos gabaaseera.

Naannoo Kibba Itiyooopiyaa Keessaa Vaayiresiin Koronaa Dhabamuu Baatus Filannoon Geggeeffamuu Mala Ka Jedhan Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:18 0:00


XS
SM
MD
LG