Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naayiroobii Keessaa Gandi Namoota Harka Qaleeyyii Seeraan Ala Ijaarame Jedhame Ni Diigame 


Manneen seeraan ala ijaarramanii mootumman diigaa jiru keessaa tokko
Manneen seeraan ala ijaarramanii mootumman diigaa jiru keessaa tokko

Angawoonni Keeniyaa ajaja mana murti diduu dhaan uummata kuma torbaa ol ta’an baatii darbe keessa lafa irra turan irraa kaasanii jiran.

Angawoonni kun akka jedhanitti mana kana kan diiganiif lafa mootummaa irratti waan ijaaramaniifi.

Kanneen qeeqan immoo ennaa weerara vaayiresii koronaa nama mana isaa keessaa ari’uun gara jabinaa fi innumaa iyyuu vaayiresii koronaa facaasuu danda’a jedhan.

Naayiroobii Keessaa Gandi Namoota Harka Qaleeyyii Seeraan Ala Ijaarame Jedhame Ni Diigame   LCR
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:43 0:00


XS
SM
MD
LG