Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunaayitid Isteetis, COVID 19 Ittisuu fi Dhukkubastoota Wal'aanuu Irratti Dandeetti Biyyoota Afrikaa Cimsuuf Gargaarsa Kennite 


Yunaayitid Isteetis, biyyoonni Afrikaa weerara Vaayirasii Koronaa of irraa ittisuuf akkasumas dhukkubsatoota gargaaruuf kan isaan dandeessisan, meeshaalee kka Hospitaaloota Dirreetti tajaajilan, Ambulaansota, Ventileetaroota fi maaskoota, akkasumas ogeeyyii gumaachitee jirti.

Haala itti humnoonni naga-eegumsaa Yunaayitid Isteetis Afrikaa keessa jiran, karaa faayida qabeessa tahe uumuudhaan akka biyyoonni Afrikaa, vaayirasicha irratti duuluuf dandeettii cimsatan taasisan ilaalchisuun Waajira damee Siyaasaa fi humna waraanaatti gargaaraa Ministirii Dhimma-alaa Yunaayitid Isteetis – Kilaark Kuupper VOA ibsanii jiran.

Gabaasaa gutuuu caqasaa.

Yunaayitid Isteetis, COVID 19 Ittisuu fi Dhukkubastoota Wal'aanuu Irratti Dandeetti Biyyoota Afrikaa Cimsuuf Gargaarsa Kennite
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:33 0:00


Yaadawwan Ilaali

XS
SM
MD
LG