Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hayyoonni Saayinsii Jibuutiin Dawaa Kiloorookuwiin COVID-19f Fayyadamuu Ishee Akeekkachiisan


Pireezdaantii Jibuutii, Ismaa'eel Omaar Gilee

Jibuutiin Afriikaa keessaa lakkoobsa namoota vaayiresii koronaan qabamanii isa ol aanaa yoo qabaattu uummata 1,800 ol ta’antu COVID-19n qabaman. Garuu kanneen qabaman keessaa 1000 kan ta’an kan dandammatan yoo ta’u sagal qofaatu du’an.

Hoogganaan waaltaa COVID-19tti duuluuf hundeeffame kan Jibuutii akka jedhanitti dhukkubsattoota kanaaf malaan dawaa farra dhibee busaa Klorokuwiin kennuun lakkoobsi namoota du’anii akka gad xiqqaatuuf sababaa ta’e jedhan.

Garuu hayyootumti saayinisii kanneen dawaan kun kan gargaaru ta’uu isaaf raga argatan iyyuu fayyadama isaa irratti of eeggannaan akka barbaachisu beeksisaniiru.

Gabaasa Simoon Marks Finfinnee erraa ergame Jalanetu dubbisa.

Hayyoonni Saayinsii Jibuutiin Dawaa Kiloorookuwiin COVID-19f Fayyadamuu Ishee Akeekkachiisan
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:07 0:00


Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG