Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriirrii Mormii Amerikaa Keessaatti Harka Caalaan Nagaan Gaggeffame


Magaalaalee Yunaaytid Isteetes adda addaa keessatti Kibxata Waxabajjii 2 bara 2020 hiriirrii mormii gaggeeffamee harka caalaan nagaan xumurame.

Joorj Flooyid to'annaa polisii jala ituu jiruu du'uu isaatu mormii uummataa kan torban tokkoof itti fufee jiru kana kaasisee.

Iddoo tokko tokkotti sochii uummataa galgalaa kaasee halkana guutuu ugguruuf labsii ka'amee cabsuun gaggeessan.

Magaanaal Niiw Yoork, Waashiingtan fi Atlaantaan warra uggura sochii labsan didan keessa jiru.

Dhaabbatii oduu Asosheetid Prees akka gabaaseetti polisoonni guutuummaa Yunaaytid Isteetes keessatti torban dabree nama 9300 hidhanii jiru

XS
SM
MD
LG