Xurree ittiin seenan

Breaking News

Iddoo Gumii Paartii Ripaablikaanootaa Jijjiruuf Jirra: Traamp


Kutaa Noorz kaaralaayinaa keessatti gumiin paartiin Ripaablikaanootaa gaggeessuuf ture bulchaan kutaa sanaa waan didaniif jecha iddoo biraatti dabarsuuf jirra jedhu Traamp.

Demokraatichi Rooy Kuppar faca'iina vaayrasii Koronaa ittisuuf jecha ugguura walgahuu ka'ame kaasuu waan didaniif ta'uun ibsan Traamp.

Gumii kana irrattijilootaa fi aangawoota paartii kanneen kuma 19 caalantu aargama jedhamee eegama.

XS
SM
MD
LG