Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessatti Koviid-19 Kan Qabaman Lakkobsaan Dabalaa Jiru


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Qorannaa sa'atilee digdamii arfan darban namoota 4120 irratti gaggeefameen namnii 142 dhukkuuba Koviid-19n qabamuu ministeerri eegumsa fayyaa Fedeeraalaa kan Itiyoophiyaa Feesbuuk ofii irratti maxxansee jira.Isaan kana keessaa tokko lammii Jabuutii kan biraa tokko immo kan portugaal ta'uun ibsamee jira.

Kanneen keessaa 85 Dhiira 57 dubartoota yoo ta'an umriin isaanii 7-78 gidduu ta'uun beekameera.Waluumaa gala biyyatti keessatti lakkoobsi namoota dhukkuba kanaan qabamanii 1486 ga'eera.

XS
SM
MD
LG