Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mormii Sanbata Dabre Dinshoo, Baalee Keessatti Ka’een Daandiin Guddaan Cufamee Namoonnillee Miidhaman Jedhama


Dinshoo, Baalee
Dinshoo, Baalee

Sirna awaalchaa nama qaamolee mootummaa harkatti lubbun isaa darbe jedhamee ka Saadiq Haaji Ibiroo irratti Sanbata dabre kana mormii ka’een daandiin guddichi Baalee Roobee irra gama Shaashamnee fi Adaamaa geessu Diinshoo irrati cufamee turuu isaa ibsame.

Mormii kana bittimsuuf humni mootummaa gaazii imimmaansisu dhukaasuu isaa fi hiriirtota reebuun isaa himamee jira.

Namoonni miidhamanii fi hidhaman jiraachuun kan himame yoo tahu, polisiin garuu namoota lama qofa hidhuu isaa mirkaneesse.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Mormii Sanbata Dabre Dinshoo, Baalee Keessatti Ka’een Daandiin Guddaan Cufamee Namoonnillee Miidhaman Jedhama
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:15 0:00


XS
SM
MD
LG