Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gumiin Hoogganoota Amantii Gara Maqaleetti Imalan


Gumii hoogganoota amantii fi jaarsoliin biyyaa Maqaleetti imale
Gumii hoogganoota amantii fi jaarsoliin biyyaa Maqaleetti imale

Gumiin hoogganoota amantii fi jaarsoliin biyyaa kanneen koree araaraa gurmuu nageenyaaf jecha yeroo ammaa Meqelee seenanii jiran.

Akka gabaasaaleen tuqanitti jilli kun kan gamasitti imaleef adda addummaa mootummaa federaalaa fi mootummaa naannoo Tigraay gidduu jiru walitti fiduuf jecha.

Gabaasaalee kanneen biroon immoo akka jedhanitti gurmuun kun karoora naannolee biyyattii garaagaraa keessattis akkasuma kan godhan ta’uu isaanii ti jedha Mulugeetaa Atsbehaa Meqelee irraa.

XS
SM
MD
LG