Xurree ittiin seenan

Breaking News

Talaalii Koviid-19 Ittisu Arguuf Abdiin Jiru Maal Fakkaata?


Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa ka Tokkummaa Mootummootaa qorannaan dawaalee fi talaalii Vaayirasii Koronaa hariitiidhaan ka geggeessamaa jiru tahuu beeksise.

Gosa talaalii 200 ta'an haaraan sadarkaa tokko irra ga'anii jiru.Kanneen keessaa 10 yaaliif namaaf kennamaa kan jiran yoo ta'u torban lama keessatti yaalii sadarkaa 3ffaaf kennamu.

Inni sadarkaa sadaffaa kun talaaliicha qaama namaa akka hin hubnee fi hagam hojii qubsaa akka qabaatu ilaaluuf akka ta'e ibsamee jira.

Gabaasaa Liisaa Shilaayin Jenevaa irraa ergite Caqasaa.

XS
SM
MD
LG