Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Seera Hojii irra Olchuu Dadhabuu Isaaf Dhiifama Gaafachuu Qaba: Angawoota Partii


Professar Birhaanuu Naggaa

Paartiin "Ethiopian Citizens for Social Justice" jedhamu har'a Finfinnee keessatti tuuta oduuf ibsa kenneen haleellaa dhiyeenya kana biyyatti keessatti gaggeeffame balaaleeffate.

Mootummaan Lammiwwan isaa haleellaa irraa olchuuf eeegumsa barbaachisuu hin goone jechuun balaaleeffate.

Angawoonni olaanoon kan paartii kanaa professar Birhaanuu Naggaa fi yeshiiwaas Asaffaaakka jedhanti mootummaan gama seera hojii irra olchuun ilaalcha ga'a itti kennuu dhisuu isaaf dhiifama akka gaafatuuf gaafatan.

Kana malees kan akka aadaatti baramee jireenya hawaasummaa jajjabeessuu fi lammiwwan biyyatti keessatti deggersa gochuun yeroo dheeraaf rakkoo keessoo isaanti uumaman furaa turan jedhan.

Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG