Xurree ittiin seenan

Breaking News

Xayyaarri Itiyoopiyaa Booying 777 Ibiddi Itti Qabachuu Rooyiters Gabaase


Xayyaarri Itiyoopiyaa Booying 777 buufata xayyaara Shaangaay Puudoong irraa mi’a fe’ataa utuu jiruu ibiddi itti qabachuu isaa Rooyiters gabaasee jira.

Daandiin balalii xayyaara Itiyoopiyaa akka jedhetti ibidichi dhaamuu isaaf hojjettoonni isaa xayyaara keessa turanis lafa turanis miidhaan irra hin geenye.

Sababaan balaa kanaa qoratamaa jiraachuus fuula Feessbookii isaa irratti maxxansee jira.

XS
SM
MD
LG