Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jawaar fi Kanneen Wajjin Himataman Walabummaa Abbaa Seeraa Dhimma Isaanii Ilaalani Irraatti Mamii Qaban Iyyannoon Dhiheeffatan


“Abbaan seeraa dhaddacha kana ilaalan walaba miti. Gartummaa tu irratti mul'ata." 

Obbo Jawaar Mohammad dabalatee namooonii galmee isaa keessatti himataman 14 har'a mana murtii dhaddacha Araadaatti dhiyaatanii jiran.
Obbo Jawaar fi himatamtoonni kaan dhaddacha har’aa irratti walabummaa abbaa murtii irratti gaaffii qabaachuu isaanii ibsatan, jechuun Abukaatoon isaanii VOAtti himanii jiran. “Abbaan seeraa dhaddacha kana ilaalan walaba miti. Gartummaa tu irratti mul'ata. Dhimma keenyaa akka nuuf hin ilaalle,abbaan seeraa nuuf haa jijjiiramu, jechuun iyyata fuula toorbaa dhiheeffatan,” jedhu – abukaakitichi, Obbo Tuulii Baayisaa.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Jawaar fi Kanneen Wajjin Himataman Walabummaa Abbaa Seeraa Dhimma Isaanii Ilaalani Irraatti Mamii Qaban Iyyannoon Dhiheeffatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:33 0:00


XS
SM
MD
LG