Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaanni Masqalaa Dirree Masqalaatti Akkaataa Koronaaf Nama Hin Saaxilleen Ayyaaneffama, Jedhame 


Ayyaanni Masqalaa kan bara 2013 haala vaayirasii kooronaatiif nama hin saaxilleen akka kabajamu Itti-aantuu Kantiibaan magaalaa Finfinnee, Aadde Adaanech Abeebee beeksisanii jiran.

Pirojektiin deebisanii ijaaruu dirree masqaalaas ayyaanichaaf akka qaqqabu tu ibsame.

Ayyaanni Masqalaa Dirree Masqalaatti Akkaataa Koronaaf Nama Hin Saaxilleen Ayyaaneffama, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:49 0:00


XS
SM
MD
LG