Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barnoota Sadarkaa Olaanaa Jalqabuuf Haala Jiran Qorataa Jirra: Angawaa


Faayilii - Yunvarsiitii Wallagaa, Naqqamtee
Faayilii - Yunvarsiitii Wallagaa, Naqqamtee

Itiyoophiyaa keessatti Barnoota sadarkaa adda addaa deebi'anii jalqabuuf haala dandeesiisan irratti hojjatamaa akka jiru ibsamaa jira.Barnoota sadarkaa olaanaa jalqabsiisuuf haala dandeesiisan ilaaluuf jiloonni gara Yunivarsitiwwan adda addaatti ergamuu Ministeera saayinsii fi barnoota sadarkaa olaanaa beeksisee jira.

Ministeera kanaaf aangawaa kutaa qunnamtii kan ta'an Obbo Dachaasaa Gurmuu akka jedhanti dhukkuuba Koviid-19 ittisaa haala itti barsisuun danda'amu irratti jilli ergame odeeffannoo fidee dhufu irratti torban dhufu mariin gaggeeffama jedhan.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Barnoota Sadarkaa Olaanaa Jalqabuuf Haala Jiran Qorataa Jirra: Angawaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:01 0:00


XS
SM
MD
LG