Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoota Ajjeechaa Haacaaluu Hundeessaatti Shakkaman Keessaa Laamroot Kamaal Yakkicha Irraa Bilisa, Jedhamte 


Artiist Haacaaluu Hundeessaa
Artiist Haacaaluu Hundeessaa

Namoota Ajeechaa Haacaaluu Hundeessatiin shakkaman keessa Laamroot Kamaal bilisaan akka gadi dhiifamtuu manni-murtii ol’aanaa Federaalaa har’a murteessee jira. Shakkamtoonni sadi hafan irratti ammoo balleessaan muramee jira.

Dhadacha gara biraatiin murtiin yaalaa Obbo Jawaar Mahaammadifaa maaliif akka raawatamuu dhabe hidhamanii dhihaatanii deebi akka kennan kan manni murtii ajaja kenne Ajajaan Mana sirressaa Qaalittii har’a dhihaatanii, “murteen kan raawachuu dhabeef ajaja gubbaa darbeeni” jedhan.

Muktaar Jamaal dabalata qaba.

Namoota Ajjeechaa Haacaaluu Hundeessaatti Shakkaman Keessaa Laamroot Kamaal Yakkicha Irraa Bilisa, Jedhamte
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:52 0:00


XS
SM
MD
LG