Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itoophiyaatti Talaallin Astraa Zeneekaa fi Sinoo Faarm Kennamaa Jira


Itiyoophiyaan talaalii dhukkuba KOOVIID-19 ittisuu fi Astraa Zeneekaa jedhamu Miliyoona 2.2 akkasumas talaalii Sinoo Faarm jedhaman kuma 300 marsaa duraan argattee jirti.

Talaaliin kunisa hojjattoota eegumsa fayyaa hojjattoota gargaarsa hatattamaa kanneen godiina walitti bu’iinsaa keessa jiran fi namoota umriin isaa 55 ol ta’ee fi rakkoo fayyaa qabaniif kennamuu Edeen Garrameew gabaastee jirti.

Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG